Duration 1:46

Jiddu gala Magaalaa fi hawwattummaa ijaarsa Addabaabaayii Masqalatti bane.

Published 23 Jun 2020

Bulchiinsii magaalaa Finfinnee jiddu gala Magaalaa fi hawwattummaa ijaarsa Addabaabaayii Masqalatti bane. Kantiibaan Itti aanaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee injinar Taakkalaa Uumaa namoota bebbekamoo fi qaamoolee argamaniif ibsa piirojektoota akka magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiran ibsuun daawwachiisan.

Category

Show more

Comments - 1